Oromiyaa

Om sangen

 

Tekst

Oromiyaa balloo biyya dachiin balaa

Guutuu sikkoo mando arsif baale lallaa

Burqa atileetotaa boqojjiraan baane

Shawwa waliin genya handhura oromiya

Dawwanna finfinne

 

Keenya abban dura baleetii / abba kiya hoo

Dawwa aadaa baha dhiha oromiya kiyaa nannaya (x 2)

 

Abba niya nuruseniya / abba kiya hoo

Dawwa aadaa kabaf kibba wanta nu hint ole nurra jibba (x 2)

 

Biyya muka biyya gareeni / abba kiya hoo

Biyya durbee mammagalani / oromiya tiyya nannaya

 

Oromiya biyya abba kiya / abba kiya hoo

Si dawwachun irra nannaya / Oromiya kiyya nannaya

 

Bale deemnan lafa kenya

Lagni bale nutti guute

Madda walabuttii hodha

Handhurrii kenya itti buute

Oromiya tiyyan farsa

Biyya ayyuu qabdu jarsaa

Sirna gadaan bulla dudha nami hundi wal barsisaa

 

Qananitu qabenya umaa / abba kiya hoo

Si badhase rabbi hunduma / oromiya kiya nannaya

Oromiya biyya abba kiya / abba kiya hoo

Si dawwachun irra nannaya / Oromiya kiyya nannaya

 

Bale deemnan lafa kenya

Lagni bale nutti guute

Madda walabuttii hodha

Handhurrii kenya itti buute

 

sirna gadan bula duda namni ama walbarsisa (…)

 

Oromiyaa balloo biyya dachiin balaa

Guutuu sikkoo mando arsif baale lallaa

Burqa atileetotaa boqojjiraan baane

Shawwa waliin genya handhura oromiya

Dawwanna finfinne

 

Hararge fi walloo wallaggaf wanbara

Jimma abba jifar illuu abba boraa

Bule hora ilalle garaa gujjii demna

Yaha baloo fi moyale biyya angafa keenyaa

Dawwanna boranaa

 

Lydfiler